Kifluu Caalaa jedhama. Godina Wallagga Lixaa Aanaa Laaloo Assabiitti dhalatee guddate. Maatiisaaf ilma hangafa yoo ta'u, obbolaan jaha of duubaa qaba. Daa'imummaa isaatti rakkoo fayyaa kan hin qabne ...