Haleellaa Raashiyaan Guraandhala 7, 2024 magaalaa guddoo Yukireen, Kiiv irratti gaggeessite misaa’elii haaraa Zircon jedhamu fayyadamuu akka hin oolle agarsiisa. Haleellaa misaa’ela saffisa addaa qabu ...
Waggaa darbe irraa jalqabuun haaromsa siivil sarvisii gochaa akka jiru kan himu mootummaan Itoophiyaa, Wixinee labsii hojjettoota mootummaa haaraa qopheesse Kibxata kaleessaa Caamsa 6 bara 2016 ...